Since 1993
Waa’ee Keenya,
MERF- Itoophiyaan dhaabbata addunyaa kana keessatti dubbii Waaqayyoon karaa sirrii ta’een barsiisaa waldoolii kiristaanaa jajjabeessaa, warren waldaa dhaabaniif deeggarsa guddaa gochaa kan tureefi ammas jajjabeessee kan itti fufuudha.
karaa midiyaa fi barreeffamaatiin, leenjii barnoota Macaafa Qulqulluu laachuun, leenjii gaggeessitootaa irratti hundaa’uun akkasumas amantoonni dubbii Waaqayyoo beekanii isairraatti hundee isaanii gadi faggeeffatanii akka jiraatanuuf kan carraaquudha.
Yeroo gabaabduu keessatti gaggeessiitoota dhibbaan lakka’amanu leenjiistuudhaan, gahee isaa hafuuraa taphachaa kan jiruudha.
Tajaajila leenjii fi miidiyaa akkasumas barnoota Macaafa Qulqulluu yoo feetan bilbila 0911790701, ykn sagaleedhugaa@gmail.com